LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Ijoollee maatiiwwan amantiin gargar qoqqoodaman keessa jiraatan ilaalchisee Piroofeesar Istiivan Kaar Ruuben, kitaabasaanii isa Raayiziingi Juwish Chiildiran iin ee Kontemporaarii Worlid jedhamurratti akkas jedhaniiru: “Warri eenyummaasaanii isa dhugaa kan dhoksan, jireenya gara dhabaa kan jiraataniifi dhimma amantiif dantaa hin qabne keessa kan jiraatan taanaan ijoolleenis ni burjaaja’u. Warri waa’ee wantoota itti amanan, seerawwan ittiin geggeeffamaniifi ayyaana kabajan ilaalchisee ejjennoo ifa ta’e kan qabaniifi amanamoo yommuu ta’an, ijoolleen wantoota amantii wajjin wal qabataniin tasgabbiin waan itti dhaga’amuuf ofiif ulfina qabaatanii guddatu; kunimmoo ofitti amantaa akka qabaataniifi hawaasa keessatti iddoo qaban akka hubatan gargaaruurratti ga’ee guddaa qaba.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi