Miiljalee
a Fakkeenyaaf Kitaabni Qulqulluun waaʼee fuula, ija, gurra, funyaan, afaan, harkaa fi miilla Waaqayyoo ni dubbata. (Faarfannaa 18:15; 27:8; 44:3; Isaayyaas 60:13, Maatewos 4:4; 1 Pheexiros 3:12) Akkuma jechoonni Yihowaan “Qarsaa” ykn “gaachana” akka taʼe ibsan kallattiidhaan hin fudhatamne, ibsawwan kunis kallattiidhaan fudhatamuu hin qaban.—Keessa Deebii 32:4; Faarfannaa 84:11.