Miiljalee
b Namoonni tokko tokko, bara Kitaabni Qulqulluun barreeffametti namoonni teleskooppii salphaatti fayyadamanii taʼuu qaba jedhanii yaadu. Utuu kun taʼuu baatee namoonni bara sanaa baayʼinni urjiilee kan hin lakkaaʼamne akka taʼe akkamitti beekuu dandaʼu? jedhu. Haa taʼu malee, tilmaamni buʼuura hin qabne akkasii, Waaqa isa Kitaaba Qulqulluu barreessise ulfinaa fi beekamtii kan dhowwatu dha.—2 Ximotewos 3:16.