LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Kitaabni Qulqulluun, 2 Ximotewos 4:2 irratti jaarsoliin ‘balleessaa hubachiisuu, cimsanii akeekkachiisuu, akkasumas cimsanii gorsuu’ akka qaban dubbata. Jechi afaan Giriikii “cimsanii gorsuu” jedhamee hiikame “paaraakaaleʼoo” kan jedhu yeroo taʼu, “jajjabeessuu” jedhamees hiikamuu ni dandaʼa. Jechi afaan Giriikii Paaraakiliitos jedhuu fi jecha kanaa wajjin wal fakkaatu, seeraa wajjin haala wal qabateen abukaatoo argisiisuu dandaʼa. Kanaaf, jaarsoliin yeroo balleessaa hubachiisanitti illee warra karaa hafuuraa dadhaban gargaaruu qabu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi