LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Jechi fiiliyoo jedhu “jaalala michuu dhihoo ykn obboleessa ofiitiif qaban kan argisiisu yeroo taʼu, baayʼinaan Kitaabota Qulqulluu afaan Giriikii keessatti itti hojjetameera. Jechi istoorjii jedhu jaalala maatii keessatti argamu kan argisiisu yeroo taʼu, jechi kun 2 Ximotewos 3:3 irratti jaalala isa guyyoota dhumaatti badu argisiisuuf itti hojjetameera. Jechi eeros jedhu immoo, jaalala saala faallaa gidduutti uumamu kan argisiisu dha; jaalalli akkasii Kitaaba Qulqulluu keessatti kan ibsame taʼus, Kitaabota Qulqulluu afaan Giriikii keessatti hin argamu.—Fakkeenya 5:15-20.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi