Miiljalee
a Namoonni tokko tokko, kutaa Macaafa Qulqulluu keessaa tokko tokko kutaa warra kaanii wajjin wal faalleessu yoo jedhanillee, jechasaaniitiif ragaa dhiheessan hin qaban. Kitaaba mataduree Macaafni Qulqulluun Sagalee Waaqayyootimoo kan Namaati? jedhuun, Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaa’e boqonnaa 7 ilaali.