Miiljalee
b Yihowaan Uumaa waan ta’eef, Abbaa jedhamee waamameera. (Isaayaas 64:8) Yesusiin kan uume Waaqayyo waan ta’eef, Ilma Waaqayyoo jedhameera. Kanaan kan ka’e, Addaamis ta’e ergamoonni ijoollee Waaqayyoo jedhamanii waamamaniiru.—Iyoob 1:6; Luqaas 3:38.