Miiljalee
a Dh.K.D. (Dhaloota Kiristos dura) bara 455 kaasee, hanga bara 1 Dh.K.D waggaa 454 ta’a. Dh.K.D. bara 1 kaasee, hanga Dh.K.B. (Dhaloota Kiristos booda) bara 1tti waggaa tokkodha. (Waggaan duwwaa ykn zeeroo jedhamu hin jiru). Bara 1 Dh.K.B. kaasee hanga Dh.K.B. bara 29tti, waggaa 28 ta’a. Lakkoofsota kana sadan yeroo walitti edaanu waggoota 483 ta’u. Yesus kan ‘balleeffame’ ykn kan ajjeefame Dh.K.B. bara 33tti, jechuunis waggaa 70ffaarrattidha. (Daani’el 9:24, 26) Kitaaba Raajii Daani’el Xiyyeeffannaadhaan Hordofi! jedhamu boqonnaa 11fi kitaaba Caaffata Qulqullaa’oo Gadi Fageenyaan Hubachuu jedhamu Jildii 2ffaa, fuula 899-901 ilaali. Barreeffamoonni kun Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan qophaa’anidha.