Miiljalee
a Maqaan Mikaa’el jedhu Ilma Waaqayyoo kan argisiisu ta’uusaa yaada dabalataa argachuuf kitaaba Caaffata Qulqullaa’oo Gadi Fageenyaan Qorachuu [Ingiliffa] jedhamu Jildii 2, fuula 393-394, akkasumas kitaaba Caaffata Qulqullaa’oorraa Ragaa Dhiheessuu fuula 219rra ilaali. Kitaabonni kun Dhugaa Baatota Yihowaatiin kan qophaa’anidha.