Miiljalee
a Barumsi Yesuus guyyaa sanatti barsiise, lallabasaa isa gaararraa jedhamee beekama. Maatewos 5:3–7:27rratti akka galmeeffametti, lallabnisaa kun lakkoofsota 107 kan qabatedha; gara daqiiqaa 20 qofa kan fudhatu taʼuu hin oolu.