Miiljalee
b Yeroo tokko Eelsaaʼi raajichi qajeelfama akkasii kennee ture. Yeroo tajaajilaasaa Gehaaziin gara dubartii ilmishii jalaa duʼe tokkootti ergetti, “Namni yoo sitti dhufe nagaa isa hin gaafatin” isaan jedhee ture. (2 Mootota 4:29) Hojiin isaaf kenname ariifachiisaa waan taʼeef, utuu hin barbaachisin yeroo gubuu hin qabu ture.