Miiljalee
c Kana jechuun garuu wanta dhageenyu hundaa fi nama arginu hunda ni amanna jechuu miti. Kanaa manaa, jaalalli utuu hin barbaachisin hin komatu ykn hin shakku jechuudha. Namni jaalala qabu, ariifatee dogoggora warra kaaniirratti hin xiyyeeffatu ykn sababiin wanta tokko raawwachuu fi dubbachuuf itti kakaʼan sirrii akka hin taanetti hin yaadu.