LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Caaffata Qulqullaa’oo afaan Ibrootaa keessatti jechi addaa kallattiidhaan “yaada garaa” argisiisu hin jiru. Ta’us dhageettiin yaada garaa beekamaa akka ture fakkeenyawwan kanarraa hubachuun ni danda’ama. Yeroo baay’ee jechi “garaa” jedhu keessa namummaa kan argisiisudha. Yeroo akkasiitti, keessa namummaa adda ta’e tokko, jechuunis yaada garaa argisiisa. Jechi “yaada garaa” jedhamee hiikame Caaffata Qulqullaa’oo afaan Giriikii keessatti al 30 kan ta’utu argama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi