LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Macaafni Qulqulluun yaanni garaa keenyaa kan nu hin ceephaane ta’uunsaa qofti ga’aa akka hin taane argisiisa. Fakkeenyaaf Phaawulos akkas jedheera: “Ani waan tokko iyyuu of irratti hin qeeqqadhu; garuu kanaan, ‘Yakka hin qabu jedhamee anaaf faradame’ jechuu koo miti, gooftaatu anatti farada jechuu koo ti malee.” (1 Qorontos 4:4) Akkuma Phaawulos gochaa ture, namoonni Kiristiyaanota ari’atanillee, gochisaanii Waaqayyo biratti waan fudhatama qabuufi yaada garaa gaarii waan qaban isaanitti fakkaachuu danda’a. Yaanni garaa keenyaa nuufis ta’e fuula Waaqayyoo duratti qulqulluu ta’uunsaa barbaachisaadha.—Hojii Ergamootaa 23:1; 2 Ximotewos 1:3.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi