Miiljalee
b Abrahaam ilmasaa aarsaa akka godhu yommuu isa gaafatu, Yihowaan Ilmasaa isa tokkicha kennuudhaan aarsaa akkamii akka kaffalu argisiiseera. (Yohannis 3:16) Haala Abrahaamii wajjin wal qabateen garuu, Yihowaan gidduu seenee hoolaa bakka Yisihaq aarsaa ta’u qopheesseera.—Uumama 22:1, 2, 9-13.