Miiljalee
a Ijoolleen abbaa humnaa taʼan miidhaa sirraan gaʼaa jiru taanaan, gorsa haala isaa dandamachuuf si gargaaru argachuuf Boqonnaa 14ffaa kitaaba kanaa ilaali. Hiriyaan kee tokko si aarseera taanaanimmoo, yaanni Boqonnaa 10ffaarratti argamu si gargaaruu dandaʼa.