Miiljalee
d Dhaloota Kiristoos Booda bara 33tti Yerusaalem keessa kan turan Fariisota gara 6,000 fi Saduqoota muraasa qofa taʼuu dandaʼa. Sababni kan biraan gareewwan kun lamaan barattoonni waaʼee Kiristoos barsiisuusaanii akka dhaaban itti barbaadan kana taʼuu dandaʼa.