Miiljalee f Qophiros bulchiinsa Roomaa jala waan turteef, naannoo sana kan bulchu nama warri Roomaa filatan ture.