Miiljalee h Phaawulos gumii Galaatiyaatiif xalayaa kan barreesse waggoota hedduu booda ture. Xalayaa isaaniif barreesse irratti, “yeroo jalqabaatiif misiraachoo isiniif lallabuuf carraa kanan argadhe, dhukkubsachuu kootiin kan kaʼe akka taʼe beektu” jedheera.—Gal. 4:13.