Miiljalee
a Hayyuun tokko akka jedhetti yeroo sana Qeesaar “namni kamiyyuu mootii haaraan ykn mootummaa haaraan keessumaa mootii moototaa Roomaa bakka buʼu ykn isatti murteessu” ni dhufa jedhee akka hin dubbanne labsii baasee ture. Diinonni Phaawulos ergaan ergamoonni labsan seera kana kan cabsu fakkeessanii dhiheessanii taʼuu dandaʼa. Saanduqa, “Qeesaarotaa fi Kitaaba Hojii Ergamootaa” jedhu ilaali.