Miiljalee
a Uumamni 2:10-14 akkana jedha: “Iddoo biqiltuu sana obaasuufis lagni tokko Eedan keessaa ni yaaʼa ture; innis sana booda hihhiramee laga afur taʼe. Maqaan laga isa tokkoffaa Fiishoon jedhama; . . . maqaan laga isa lammaffaa Giyoon jedhama; . . . maqaan laga isa sadaffaa Hidikeel jedhama; innis gara kallattii bahaa Asooritti kan yaaʼu dha. Lagni arfaffaan immoo Efraaxis jedhama.” Lageen jalqabaa lamaan eessa akka turanii fi warra kam akka taʼan hin beekamu.