Miiljalee
b Wantoota pirootinoonni hojjetan keessaa tokko inzaayimiidha. Inzaayimiin wal nyaatinsa keemikaalawaa saffisaan raawwachuuf haala adda taʼeen dadachaʼa. Inzaayimoonni dhibbaan lakkaaʼaman wal faana taʼuudhaan wantoota seelichi raawwatu toʼatu.