Miiljalee
a Namni hundi dogoggora akka raawwatu beekamaadha. (Roomaa 3:23) Kanaafuu, hiriyaan kee tokko kan si mufachiise taʼus wanta raawwatetti gaabbee garaadhaa yoo dhiifama si gaafate, ‘jaalalli cubbuu hedduu akka haguugu’ yaadadhu.—1 Pheexiros 4:8.