Miiljalee
a Namoonni hedduun dhibee fayyaa ykn hirʼina qaamaa kan qabaatan fayyaa isaaniitiif utuu of hin eeggatin waan hafaniif akka hin taane beekamaadha. Boqonnaan kun namoonni akkasii hamma humni isaanii isaaniif heyyame fayyaa isaanii akka eeggatan isaan gargaara.