Miiljalee
e Yeroo tokko tokko namoonni miidhaan saalaa isaanirra gaʼe dhiphina sammuutiif saaxilamu. Yeroo akkasiitti ogeessa fayyaa mariisisuun gaariidha. Dhiphina dandamachuu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, Boqonnaa 13ffaa fi 14ffaa kitaaba kanaa ilaali.