Miiljalee
a Namoonni Naaziroota taʼan dhugaatii alkoolii akka hin dhugneefi rifeensa mataasaanii akka hin muranne waadaa galu turan. Namoonni baayʼeen waadaa akkasii kan galan yeroo muraasaaf siʼa taʼu, warri akka Siimson, Saamuʼeliifi Yohannis Cuuphaa jiran garuu jireenyasaanii guutuu Naaziroota taʼaniiru.