LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Godoon qulqullaaʼaan kun roga afur kan qabu, keenyansaas taʼe baaxiinsaa mukarraa kan hojjetameefi dunkaanni guddaan kan itti uwwifame ture. Taʼus, miʼawwan gati jabeessa taʼan, jechuunis kalʼee hoolaa bishaanii, uffata kuulaan miidhagfamee dhaʼameefi muka gaggaarii warqeefi meetiidhaan uwwifameen kan hojjetamedha. Godoon qulqullaaʼaan kun mooraa roga afur qabu keessatti kan argamu siʼa taʼu, iddoon aarsaa bareedaa taʼe tokkos achi keessa jira. Yeroo booda godoo qulqullaaʼaa kana maddiitti lubootaaf kutaawwan gara biraan akka ijaaraman haalasaarraa hubachuun ni dandaʼama. Saamuʼel kan rafu kutaa akkasii keessaa isa tokko keessa taʼuu hin oolu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi