LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

c Seenaansaa karaa isaan tuffii itti argisiisan lama ibsa. Tokkoffaa, lubni tokko foon aarsaadhaaf dhihaatu keessaa isa kam nyaachuu akka qabu akka gaariitti ibsa. (Kes. 18:3) Luboonni hamoon kun garuu godoo qulqullaaʼaa keessatti wanta kanarraa baayʼee adda taʼe raawwatu turan. Hojjetaansaanii filoo fudhatee foon okkotee keessatti affeelamaa jiru keessaa gumaa foonii isa baʼeessa taʼe kamiyyuu akka fudhatu godhu. Lammaffaa, yeroo namoonni iddoo aarsaarratti foon gubuuf fidan, luboonni hamoon kun utuu coomnisaa Yihowaadhaaf aarsaa taʼee utuu hin dhihaatin hojjetaansaanii sossodaachisee akka irraa fudhatu godhu.—Lew. 3:3-5; 1 Sam. 2:13-17.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi