Miiljalee
a Kana booda utuma baayʼee hin turin, Yihowaan Eliyaas, ‘gargaaraasaa Elsaaʼiin’ akka leenjisu itti gaafatamummaa isaaf kenne. (2 Mot. 3:11) Elsaaʼi, Eliyaas isa maanguddoo taʼeef wanta barbaachisu gochuudhaan isa gargaaraa akka ture haalasaarra hubachuun ni dandaʼama.