LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a ‘Sagaleen hasaasu’ kun, ergamaa Yihowaan 1 Mootota 19:9⁠rratti ‘Dubbiisaa’ akka dabarsu itti fayyadamee wajjin tokkodha. Lakkoofsa 15⁠rratti hafuurri kun ‘Waaqayyo’ akka taʼe ibsameera. Yaanni kun ergamaa Yihowaan Israaʼeloota lafa onaa keessa geggeessuuf itti fayyadameefi ‘Maqaan koo isa keessa in jiraata’ jedhe nu yaadachiisa. (Bau. 23:21) Eenyummaa qaama olitti ibsame kanaa ilaalchisee mirkanaaʼoo taʼuu baannus, Yesus nama taʼee dhalachuusaa dura ‘sagalee,’ jechuunis tajaajiltoota Yihowaatiif Sagalee Dabarsituu addaa taʼee tajaajilaa akka ture beekna.—Yoh. 1:1.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi