LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

b Hiikni Macaafa Qulqulluu Saptuujantii jedhamu Yoonaas hangam akka rafe argisiisuuf akka kurruufe ibseera. Haataʼu malee, yeroo tokko tokko namoonni yommuu garmalee dhiphatan hirribni cimaan waan isaan qabuuf, Yoonaas nama dantaa hin qabne akka taʼe goonee yaaduu hin qabnu. Yesus yeroo iddoo dhaabaa Getesemaanee keessa dhiphachaa turetti, Phexros, Yaaqoobiifi Yohannis “gaddaan waan bututaniif rafanii” turan.—Luq. 22:45.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi