Miiljalee
a Bara Yoonaasitti Samaariyaan isheen magaalaa guddoo mootummaa gosoota Israaʼel kurnanii taate jiraattota 20,000 hanga 30,000 akka qabdu tilmaamama. Kanaaf, Nanawween harka afur ishee caalti turte jechuudha. Nanawween yeroo dureettii turtetti guddinasheetiin addunyaarratti tokkoffaa taʼuu hin ooltu.