LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

e Zeersas Tokkoffaan nama dallanuufi garmalee dheekkamu taʼuudhaan beekama. Barreessaa seenaa Giriikii kan taʼe Herodotas lola Zeersas Giriikitti banerraa fakkeenya tokko tokko caqaseera. Mootiin kun qarqara galaanaa Helesipaantirratti markaboonni wal maddii dhaabamanii akka riqichaatti akka tajaajilan ajajee ture. Taʼus, yeroo obomboleettiin riqicha sana diige, Zeersas namoonni riqicha sana hojjetan mormisaanii akka kutamuufi namoonnisaa yeroo abaarsi sagalee guddaadhaan dubbifamu galaanicha rukutuudhaan Helesipaantiin akka “adaban” ajaje. Waaraanuma kanarratti namni sooressa taʼe tokko ilmisaa waraana dhaquu akka oolu yommuu isa kadhatu, akeekkachiisa akka taʼuuf jecha mucichi iddoo lamatti kutamee reeffisaa bakkeetti akka gatamu godheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi