Miiljalee
a Haannaan isheen amanamtuunis mucaa godhachuudhaan eebba Yihowaa waan argatteef, Maariyaam yaada isheen dubbatte akka caqaste haalasaarraa hubachuun ni dandaʼama.—Saanduqa, “Kadhannaawwan Dinqisiisaa Taʼan Lama” jedhuufi Boqonnaa 6rra jiru ilaali.