Miiljalee a Yesus Masiihii taʼuusaa ilaalchisee yaada namoonni mana sagadaa keessatti wal gaʼan kun guyyaa tokko dura miira hoʼaadhaan dubbataniifi yaada amma dubbachaa jiran wal bira qabuudhaan ejjennoo cimaa akka isaan hin qabne hubachuu dandeenya.—Yoh. 6:14.