Miiljalee b Haaluma wal fakkaatuun, Abraam angafa taʼuu baatus, ilmaan Taaraa keessaa jalqabarratti caqasameera.