LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

c Barattoonni Macaafa Qulqulluu akeekkachiisa yeroo sanatti kenname kana guutummaatti hojiirra akka hin oolchine kan isaan godhe sababiin inni tokko, caqasichi adda durummaadhaan karra xinnayyoo Kiristos 144,000 taʼaniif qofa hojjeta jedhanii waan amananiif ture. Akkuma Boqonnaa 5⁠ffaarratti ilaallu, Macaafni Qulqulluun Kiingi Jamsi Varshin bara 1935 dura ture, ‘tuutni sonaan baayʼeen’ Mulʼata 7:9, 10⁠rratti ibsaman miseensota waldaalee Saba Kiristiyaanaa hedduu akka dabalatu godhee ibsa; namoonni kun Kiristos cina waan goraniif namoota kutaa lammaffaa gara samii dhaqanidha jedhamanii yaadamu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi