Miiljalee
c Yeroo sanatti, gumiin karaa dimookraatawaa taʼeen jaarsolii filata ture. Kanaaf, gumiin namoota tajaajila morman filachuu dhiisuu ni dandaʼa ture. Jijjiiramni karaa tiʼookraasiitiin jaarsolii filachuuf godhame Boqonnaa 12ffaarratti ibsama.