Miiljalee
a Waggaa kudhan darbe keessatti qofa, sabni Yihowaa barreeffamoota Macaafa Qulqulluurratti hundaaʼan biliyoona 20 ol maxxansaniiru. Kana malees, addunyaa maratti namoonni biliyoona 2.7 ol taʼaniifi Intarneetiitti fayyadaman Weeb saayitii keenya jw.org jedhamutti fayyadamuu dandaʼu.