Miiljalee
b Barreeffamoonni babalʼistoonni dhugaa Macaafa Qulqulluu barsiisuuf itti gargaaramaa turan tokko tokko armaan gaditti ibsamaniiru: Za Haarpi oov Good (bara 1921tti maxxanfame), “Leet Good Bii Tiruu” (bara 1946tti maxxanfame), Yuu Kaan Liiv Fooreevar iin Paaraadayis oon Eerzi (bara 1982tti maxxanfame), akkasumas Nowleej Zaat Liids tuu Eevarlaastiingi Laayif (bara 1995tti maxxanfame).