Miiljalee
d Barattoonni Macaafa Qulqulluu yeroo sanaa dhugaa barbaachisaa taʼe kana hubatanii turan. Zaayansi Waach Taawor Sadaasa 15, 1895 akkas jedhee ture: “Qamadii xinnoollee walitti qabuun yoo dandaʼame, akka gaariitti akka dhugaa baʼame ragaa taʼuu dandaʼa. . . . Hundinuu wangeela lallabuu dandaʼu.”