Miiljalee c Matadureen kun yaadni Yesus waqtii qorraatti akka dhalate ibsu, yaada “tiksoonni bakkeetti halkan hoolotasaanii eegaa akka turan dubbatuu wajjin kan walii hin simne” taʼuusaa addeesseera.—Luq. 2:8.