Miiljalee
a Bara 1932tti, kitaabni Viindikeeshin jedhamu Jildii 2ffaarratti sabni Waaqayyoo gara biyyasaaniitti deebiʼuunsaanii, raawwiisaa isa ammayyaa kan argatu namoota dhalootaan Israaʼel taʼanirratti utuu hin taʼin Israaʼel hafuuraarratti akka taʼe ibseera. Raajiiwwan kun waaqeffannaan dhugaa deebiʼee akka hundeeffamu kan argisiisanidha. Masaraan Eegumsaa Bitootessa 1, 1999, mana qulqullummaa ilaalchisee raajiin Hisqiʼel arge wantoota guyyoota gara dhumaatti karaa hafuuraa raawwiisaanii argatan keessaa isa guddaa akka taʼe ibseera.