Miiljalee
a Falmiin himataa Niwutaniifi himatamaa Bulchiinsa Kanatiikat gidduutti godhame, dhimmawwan obboleessi keenya Haayidan Kaviingitan obboloota bakka buʼee Mana Murtii Olaanaa Yuunaayitid Isteetisitti dhiheesse 43n keessaa isa jalqabaati. Haayidan bara 1978tti boqoteera. Haati manaasaa Dorotiin bara 2015tti umrii waggaa 92tti hamma duutetti amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilteetti.