Miiljalee
b Himanni kun seera bara 1606tti baʼe buʼuura kan godhatedha. Seerichi namni tokko wanti inni dubbate dhugaa yoo taʼellee, maanguddoonni biyyaa namichi sun jibbiinsa akka babalʼisu isaanitti dhagaʼameera taanaan namni sun yakkamaa akka taʼetti akka fudhatamu ibsa.