Miiljalee
a Akkamitti akka barsiisu ilaalchisee Abbaan Ilma akka barsiise akkamitti beekna? Mee yaada armaan gadiirratti xiinxalaa: Yesus yommuu barsiisaa turetti fakkeenyota hedduutti fayyadamuunsaa, raajiin utuu inni hin dhalatin jaarraa hedduu dura barreeffame raawwiisaa akka argatu godheera. (Far. 78:2; Mat. 13:34, 35) Kanarraa hubachuu akka dandeenyutti, Yihowaa inni madda raajii kanaa taʼe, Ilmisaa fakkeenyatti fayyadamee akka barsiisu beeka ture.—2 Xim. 3:16, 17.