Miiljalee
d Misiyoonota Giilʼaaditti leenjiʼuudhaan hojii lallabaa addunyaa maratti raawwatamurratti buʼaa gaarii argamsiisan ilaalchisee odeeffannoo balʼaa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaa—Labsitoota Mootummichaa Taʼan jedhamu boqonnaa 23 ilaali. (Ingiliffa)