Miiljalee
c Hayyuun Macaafa Qulqulluu tokko, jechi afaan Giriikii asirratti “murteessuu” jedhamee hiikame “dursanii murteessuu yaada jedhu of keessaa qaba” jechuudhaan dubbataniiru. Itti dabaluudhaan, “Kennuun gammachuu guddaa kan namaaf argamsiisu yoo taʼellee, buusii gochuuf karoora baafachuufi malaan gochuun barbaachisaadha” jedhaniiru.—1 Qor. 16:2.