Miiljalee a Boqonnaan kun waaʼee gargaarsa obboloota hidhata keenya taʼaniif godhamee ibsa. Haataʼu malee, haalawwan hedduu keessatti, hojiin gargaarsaa nuti raawwannu namoota kaanis ni fayyada.—Gal. 6:10.