Miiljalee
a Badiisni “Baabilon guddittii” namoonni amantii qaban hundi dimshaashumatti kan balleeffaman utuu hin taʼin, dhaabbileen amantii akka balleeffaman kan argisiisudha. Kanaaf, namoonni kanaan dura miseensa Baabilon guddittii turan badiisicharraa kan oolan yommuu taʼu, akka Zakaariyaas 13:4-6rratti ibsamettimmoo namoonni kun amantiirraa kan fagaatan fakkaata.